Ibsa


Condemnation of Waaqeffannaa Killings in Oromia

(12.06.2025, Melbourne, Victoria, Australia) The Waaqeffannaa Association in Victoria Australia is deeply saddened by the news of the killing of six Waaqeffannaa members while they were worshipping. Waaqeffannaa Assembly in Oromia reported on their press…



Marii Galgala Ayyaana Irreecha Arfaasaa 2020 Melbourne

(Waaqeffannaa, 07/06/2020)-Marii fi Hubannoo Galgala Irreecha Arfaasaa 2020-Ayyaana Irreecha Arfaasaa 2020 akka maatiitti kabajame. Ayyaanni kun akkamitti dabarfame? Miseensotni hawaasa Oromoo Australia Melbourne keessa jiraatan karaa sarara Zoom walitti dhufuun marii gaggeessanii jiru. Marii, Muuxannoo…


Barana Ayyaanni Irreecha Arfaasaa Ardaa Maatiitti kabajama.

(Waaqeffannaa, 2 Waxabajjii 2020) Ayyaanni Irreecha Arfaasaa baranaa Ardaa Maatiitti akka kabajamu ibsame. Koreen Ayyaana Irreecha Arfaasaa akka ibsetti yeroo kana sababa COVID19 hawaasa bakka tokkotti baasanii ayyaanicha kabajuun hin danda’amne. “Yeroo rakkoon jirutti, waan…