Uncategorized


No Image

Irreecha Festival Returns to Nairobi After a Decade

The Irreecha festival made a triumphant return to Nairobi’s Uhuru Park after a ten-year hiatus. For many participants, the celebration held profound significance, marking the first time they could celebrate freely since the period of…




No Image

Shanan: Maatii fi Dubartoota Oromoo Jajjabeessu

Akka aadaa Oromootti dubartiin deessee gaafa guyyaa shanaffaa maatii, ollaa fi hiriyoon walitti dhufanii deessuu jajjabeessu. Qophiin kun ‘shanan’ jedhama. Shanan irratti eebbii fi kunuunsi nyaata ‘marqaa’ deessuuf godhamu akka jajabaattee kaatuu fi eela da’umsaa…


No Image

The Significance of Qaalluu in Waaqeffannaa Religion

The Qaalluu (also spelled Qallu or Qaallu) are traditional religious leaders in the Oromo culture and play a significant role in the spiritual, social, and cultural life of the Oromo people. The Qaalluu institution is deeply rooted in the Waaqeffannaa religion,…



No Image

Seenaa Gadaa Booranaa: Gadaa Gadayoo

Gadayoon durattuu Gadaatti ture. Ta ammaa tunin, Gadaa Gadayootiin duubaati. Gadayoo Galgalootiin duubatti, Gadaa 94tti ture. Gadaa Gadayootii asi Gadaan 72. Walumaagalatti Gadaan Booranaa 166ffaadha. Abbaa Gadaa Kuraa Jaarsoo Kuraa.


No Image

Waaqeffannaa In Brief

INTRODUCTION The Oromo people are descendants of an ancient, Cushitic-speaking branch of the Cushitic race. According to Argaa-dhageettii[1] teaching, nearly 6,400 years ago, their forefather, Oromo, established their Gadaa system at Odaa Mormor, the eastern…


Seenaa, Tumaafi Aadaa Gumii Gaayoo

By Gumii Surichoo Layee Oromoon Booranaa jiruufi jireennasaa keessatti rakkoo itti dhufe furachuuf aadaasaa kunuunsuuf gaaddisatti bahee mari’ata. Mariin kunis kaayyoofi galma sadarkaaf fulaa itti mari’atan qaba. Mariin Booranaa kun waan tolchaniif (mari’ataniif) qaba malee,…