Seenaa, Tumaafi Aadaa Gumii Gaayoo

By Gumii Surichoo Layee Oromoon Booranaa jiruufi jireennasaa keessatti rakkoo itti dhufe furachuuf aadaasaa kunuunsuuf gaaddisatti bahee mari’ata. Mariin kunis kaayyoofi galma sadarkaaf fulaa itti mari’atan qaba. Mariin Booranaa kun waan tolchaniif (mari’ataniif) qaba malee,…

Read More





Gadda Gumiin Waaqeffannaa Addunyaa

Gumiin Waaqeffannaa Addunyaa ogeessa Oromoo hojii toleeyyummaan tajaajila maraalessa kennaa ture, Girmaa Gamadaa, du’aan ofbiraa dhabuutti hedduu gaddeera. Girmaan dhukkubsatee erga wal’aanamaa ture booda Adoolessa 4,2024 addunyaa kanarraa boqote. Girmaan yeroo bara jireenya isaa keessatti…


በሜልበርን የኦሮሞ ማኅበረሰብ አባላት ግድያዎችን በመቃወም ዛሬ ግንቦት 1 በቪክቶሪያ ፓርላማ ፊት ለፊትና ፍሊንደርስ ጎዳና የተቃውሞ ሠልፍ አካሂደዋል።

በሜልበርን የኦሮሞ ማኅበረሰብ አባላት በቅርቡ በግድያ ሕይወታቸው ያለፈውን አቶ በቴ ኡርጌሳና ሌሎች ፖለቲከኞች ላይ የደረሱ ግድያዎችን በመቃወም ዛሬ ግንቦት 1 በቪክቶሪያ ፓርላማ ፊት ለፊትና ፍሊንደርስ ጎዳና የተቃውሞ ሠልፍ አካሂደዋል።


የኦሮሞ እናቶች/ሴቶች ለቤተሰብ፣ ማኅበረሰብና ሀገር ላበረከቷቸውና እያበረከቱ ላሉት አስተዋፅዖዎቻቸው የተዘጋጀ የምስጋና ቀን ለመጀመሪያ ጊዜ በሜልበርን ተከበረ።

ዛሬ እሑድ ማርች 3 / 2024 የኦሮሞ እናቶች/ሴቶች ለቤተሰብ፣ ማኅበረሰብና ሀገር ላበረከቷቸውና እያበረከቱ ላሉት አስተዋፅዖዎቻቸው፤ ክብርን ለማጎናፀፍ፣ ፍቅርን ለመስጠትና ሞገስን ለማላበስ የተዘጋጀ የምስጋና ቀን ለመጀመሪያ ጊዜ በሜልበርን ተከበረ።



No Image

እሬቻ አፍራሳ – የተራራው እሬቻ በአውስትራሊያ – ሜልበርን ከተማ እሑድ ሰኔ 16 / ጁን 23 እንደምን እንደሚከበር የዝግጅቱ አስተባባሪዎች ኦቦ በንቲ ኡሉቃና አባ መልካ ዳኜ ደፈርሻ ይናገራሉ።

https://www.sbs.com.au/language/amharic/am/podcast-episode/community-ireecha-tulu/q322kw46t?fbclid=IwZXh0bgNhZW0CMTEAAR1lc3v1huwzvI50mwc-udpttmgzlWoyiEzqOI9NV9_mDzQZGsCdMO69pO0_aem_87UUQLwET1gAw-fjmtfQ4w


Irreechaa 2023 in Melbourne

Irreecha Birraa – Oromo Thanksgiving Day in Melbourne The organising committee of  Irreecha Birraa – Oromo Thanksgiving Day in Melbourne  would like to invite all Oromos and Oromo freinds  to “Irreecha Birraa – Oromo Thanksgiving Day” at…




No Image

Importance of Sacred Places in Waaqeffannaa

Sacred places hold immense importance in Waaqeffannaa, the traditional Oromo religion, as they are deeply intertwined with the spiritual, cultural, and social fabric of the Oromo people. These places are not just physical locations but…


No Image

The Significance of Odaa Nabee in Oromo Identity

Sacred places like Odaa Nabee are deeply symbolic in Oromo culture, representing a wide range of spiritual, historical, political, and cultural values. These symbols are embedded in the Oromo worldview and are central to their…



No Image

Shanan: Maatii fi Dubartoota Oromoo Jajjabeessu

Akka aadaa Oromootti dubartiin deessee gaafa guyyaa shanaffaa maatii, ollaa fi hiriyoon walitti dhufanii deessuu jajjabeessu. Qophiin kun ‘shanan’ jedhama. Shanan irratti eebbii fi kunuunsi nyaata ‘marqaa’ deessuuf godhamu akka jajabaattee kaatuu fi eela da’umsaa…


No Image

The Significance of Qaalluu in Waaqeffannaa Religion

The Qaalluu (also spelled Qallu or Qaallu) are traditional religious leaders in the Oromo culture and play a significant role in the spiritual, social, and cultural life of the Oromo people. The Qaalluu institution is deeply rooted in the Waaqeffannaa religion,…



No Image

Seenaa Gadaa Booranaa: Gadaa Gadayoo

Gadayoon durattuu Gadaatti ture. Ta ammaa tunin, Gadaa Gadayootiin duubaati. Gadayoo Galgalootiin duubatti, Gadaa 94tti ture. Gadaa Gadayootii asi Gadaan 72. Walumaagalatti Gadaan Booranaa 166ffaadha. Abbaa Gadaa Kuraa Jaarsoo Kuraa.


No Image

Waaqeffannaa In Brief

INTRODUCTION The Oromo people are descendants of an ancient, Cushitic-speaking branch of the Cushitic race. According to Argaa-dhageettii[1] teaching, nearly 6,400 years ago, their forefather, Oromo, established their Gadaa system at Odaa Mormor, the eastern…