የህዝብን እምነትና ባህል የሚያጥላላ ስብከት ተቀባይነት የለዉም።

(የአውስትራሊያ ዋቄፈና ማህበር, ሰኔ 6 ቀን 2017) የአውስትራሊያ ዋቄፈና ማህበር ፕሮፌት ሱራፌል ደምሴ በሜይ 30 ቀን 2017 የለቀቁት የስብከት ቪድዮ የኦሮሞን ህዝብ የዋቀፋና እምነት እና የእሬቻ ባህልን የሚያቋሽሽና የሚያጥላላ የተሳሳት ስብከት መሆኑን አስተውለዋል። ማህበሩ ሰኔ 6 ቀን 2017 ባወጣዉ መግለጫ…



Waaqeffattoti 110 Halkan Gurraachaan Hidhaman

(Waaqeffannaa, 12 Caamsaa 2017) Mootummaan Wayyaanee hordoftoota amantii Waaqeffannaa 110 ol ta’an halkan Galma Diida Heexoo keessatti Waaqeffanaa gaggeessa turan  ukkaamsee hidhe. Oduun nu gahe akka ibsutti, Caamsaa 11 bara 2017 halkan keessa sa’aatii 10:45 irratti Waaqeffattooti…


Mataan Waaqeffannaa Qaalluu dha.

(Waaqeffannaa, 2 Guraandhala 2017) Qaalluun mataa amantii Waaqeffannaa, amantii Oromoo ganamaa ti. Kun aadaa fi sirna Oromoonni Uumaa isaanii ittiin galateeffatuuf kennaa Waaqa irraa argataniin bara hedduu dura tolfatanii ittiin jiraachaa jirnaiidha; ittiinis wal-qunnamuun amantii qabaachuu…