Hawaasti Oromoo Australia Ayyaana Irreecha Arfaasaa kabajatan
(Waaqeffannaa, 12 Waxabajjii 2022) Hawaasti Oromoo Australia Melbourne ayyaana Irreecha Arfaasaa bara kanaa Dilbata, Waxabajjii 12 bara 2022, haala hoo’aa fi miidhagaan kabajatan. Ayyaanni Tulluu bakka Kokoda Memorial Park jedhamu irratti kabajame kun, akkum aadaa…








