Irreecha Laga Soor Iluu Abbaa Booraa

(Waaqeffannaa, 3 Janaury 2018) Kun Waaqeffatoota saglan Iluu  Irreecha Laga Soor Iluu Abbaa Booraa bara 2014 irratti duudhaa fi amantii Oromoo ganamaan dhiyaatan.

Ayyaana Laga Soor Iluu Abbaa Booraa, Mattuu keessatti kabajame irratti Waaqeffattooti Salgan Iluu faaruu miidhagaa jabinaa fi gaarummaa Waaqaa faarsuun dabaalamanii gara malkaa deeman.

Waaqeffattooti kunneenis mana namaa dhiisuun kan ofiitti daccha’aa jiraachuu qabatamaan agarsiisan. “Amantii halagaa hin feenu,” jedhaa jiran.

“Namni of ta’e wal ta’a.Namni wal ta’e ammoo waan barbaade argata,”jedha Waaqni Walaabuu.

Be the first to comment on "Irreecha Laga Soor Iluu Abbaa Booraa"

Leave a comment

Your email address will not be published.


*