Marii Galgala Ayyaana Irreecha Arfaasaa 2020 Melbourne

(Waaqeffannaa, 07/06/2020)-Marii fi Hubannoo Galgala Irreecha Arfaasaa 2020-Ayyaana Irreecha Arfaasaa 2020 akka maatiitti kabajame. Ayyaanni kun akkamitti dabarfame? Miseensotni hawaasa Oromoo Australia Melbourne keessa jiraatan karaa sarara Zoom walitti dhufuun marii gaggeessanii jiru. Marii, Muuxannoo fi Hubannoon Ayyaanicha irraa argame hedduu gaarii dha; hawaasni dammaqe rakkoo fedhe keessatti aadaa isaa guddifachuu akka danda’u kana garsisiee darbee dha. Kunoo Marii itti dhiyaadhaa!
Daawwannaa Gaarii!!

Be the first to comment on "Marii Galgala Ayyaana Irreecha Arfaasaa 2020 Melbourne"

Leave a comment

Your email address will not be published.


*