Media

@Waaqomsaa- Kun Waaqomsaa- Jeekkarsaa fi Barnoota Galma Abbaa Oromoo, Oromiyaa bahaa,  Haroo Ammayyaa keessatti kanname. 

Kun qophii Qe’ee Oromoo kan TV OBS darbe, dhimma Odaa Kaarraa kan Godina Lixa Wallaggaa Inaangootti argamuu ti. Odaan kun Seenaa guddaa qaba.