Salaalee

Waaqeffattoti 110 Halkan Gurraachaan Hidhaman

(Waaqeffannaa, 12 Caamsaa 2017) Mootummaan Wayyaanee hordoftoota amantii Waaqeffannaa 110 ol ta’an halkan Galma Diida Heexoo keessatti Waaqeffanaa gaggeessa turan  ukkaamsee hidhe. Oduun nu gahe akka ibsutti, Caamsaa 11 bara 2017 halkan keessa sa’aatii 10:45 irratti Waaqeffattooti…