Gumiin Waaqeffannaa Addunyaa waggaa 10ffaa kabajuuf jira.

(Waaqeffannaa, 08/04/2018) Gumiin Waaqeffannaa Addunyaa waggaa 10ffaa itti hundeeffame Norway, Bergen keessatti kabajuuf jira.

GWA waggoota kurnan darban (2008-2018) keessatti hojii aadaa fi amantii Oromoo guddisu, beeksisuu fi babal’isu hojjachaa jira.

Ayyaanni kun Waxabajii 22-24 bara 2018 kabajamu irratti argamufu amumaa akka saganteeffattan GWAn kabajaan isin afeera.

 

30261197_10216516365207867_5378391926200336384_n

Be the first to comment on "Gumiin Waaqeffannaa Addunyaa waggaa 10ffaa kabajuuf jira."

Leave a comment

Your email address will not be published.


*