Deprecated: Required parameter $heading_type follows optional parameter $class_div in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php on line 245 Deprecated: Required parameter $heading_type follows optional parameter $class_div in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php on line 255 Deprecated: Required parameter $post_data follows optional parameter $sharing_type in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/tweet-old-post/includes/admin/services/class-rop-twitter-service.php on line 891 Deprecated: Required parameter $rop_auth_token follows optional parameter $sharing_type in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/tweet-old-post/includes/admin/services/class-rop-twitter-service.php on line 891 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 {"id":179,"date":"2017-03-01T09:48:47","date_gmt":"2017-03-01T09:48:47","guid":{"rendered":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/?page_id=179"},"modified":"2017-03-01T09:48:47","modified_gmt":"2017-03-01T09:48:47","slug":"gadaa-oromoo-tuulamaa","status":"publish","type":"page","link":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/culture\/gadaa-oromoo-tuulamaa\/","title":{"rendered":"Gadaa Oromoo Tuulamaa"},"content":{"rendered":"

(Waaqeffannaa, 1 Bitootessa 2017)<\/strong> Tuulamaa Godinaalee Shawaa afran keessatti kan argamu ta\u2019ee daangaan isaatis dhihaan Macca, Kibba dhihaan Jimma, Kaaban Laga Abbaayi, Bahaan Karrayyuufi Kara kibbaatin Arsiidhan kan daangeffamuudha. Lafa bal\u2019aafi ummata bal\u2019aa kan qabuudha.Teessoon mootummaa biyya kanaatis handhura Tuulamaa, Finfinneedha. Gadaa Tuulamaa kana hundee irraa balleessuuf moototiin Habashaa kanneen akka Saahila Sillaasee, Minilikfi Hayila Sillaasee waraana hedduu itti bobbaasanii ardaalee jilaa isaatis dhaabbata adda addaafi Bataskaana irratti ijaarudhaan mallattoo eenyummaa Oromoo, lafa maqaa Oromootin waamamanis ta\u2019ee maqaa namaatis jijjiirudhaan aangoo isaanitti fayyadamuudhan waan barbaadan hunda irratti raawwatanii jiru.<\/p>\n

\"Sagalee-Gadaa_Tuulama2014\"Gadaan Tuulamaa gochaa bara dheeraaf irratti gaggeeffame kanaan baduu hin dandeenye. Dhiibbaa sana hunda keessa darbee har\u2019a of cimsee Abbootii Gadaa Oromoo mara waliin walitti dhufeenya isaa cimsatee jira. Jiddu galli teessoo isaa dur Odaa Nabee ta\u2019ullee, haala teessuma ummatichaatiin Gadaan achi taa\u2019ee hojjachuuf mijaawaa ta\u2019ee hin argamne. Lafti isaa qote-bulaadhan qabamee jira.<\/p>\n

Kana malees har\u2019a haala ammayyaa keessa jirru kanaan guddina Gadaan irra gahe bu\u2019uura godhachuudhan gaa Gadaa Magaalaa Bishooftuu keessatti hundeeffate jira. Rakkoolee hawaas \u2013 diinagdee furuu keessattis waan guddaa hojjachaa jira. Walitti dhufeenya Abbootii Gadaa Oromootifis wiirtuu ta\u2019ee jira. Galma Tokkummaa Abbootii Gadaa Oromoo ta\u2019uun isaa ummata biyya keessafi biyya alaa hunda kan gammachiisedha.<\/p>\n

Caasaa Gadaa Tuulamaa Caasaan kun ilmaan Tuulamaa Sadeen; Daacci, Bachoofi Jiille of keessaa kan qabuudha. Saglan Yaa\u2019ii Gadaa Tuulamaas ilmaan Tuulamaa sadeen kana irraa ijaarama. Saglan Yaa\u2019ii miseensa sagal kan qabu ta\u2019ee hojii Gadaa hunda ol\u2019aantummaafi giddugaleessummaan kan gaggeessudha. Seera Caffeen tumte hojiitti hiika, hojii diinagdee, siyaasaafi hawaasummaa akkaataa duudhaa Oromootiin gaggeessa. Seera Gadaa irratti hundaa\u2019ee hawaasa kan gaggeessufi kan tajaajiluudha. Baajataafi mindaa malee bilisaan hojjata. Matta\u2019aa ykn gubboo hin fudhatu. Waadaa qumbii eega. Waadaa gale hin cabsu. Cabsu abaarree itti ta\u2019a. Firaafi alagaa walqixxee ilaala. Kanaaf ummataan jaalatama. Ummata biratti fudhatama guddaa qaba.<\/p>\n

Gadaan Tuulamaa giddugaleessa isaa, kan Yaa\u2019ii Saglaniin hogganamu, Magaalaa Bishooftuu godhatee caasaa isaa aanaalee 42 kan Tuulama keessatti argaman hunda keessatti caasaa mataa isaa qaba. Aanaalee kanneen hunda keessattuu bakka bu\u2019oota Abbaa Gadaa kan ummataan walitti dhiyeenyaan hojjatan qaba. Bakka bu\u2019oonni kunis aangoo giddugaleessarraa itti kennamu itti gaafatamummaan hojjatu. Kan humna isaanitii ol ta\u2019e gara giddugaleessaatti ol dabarsu. Gabaasa hojii isaanis dhuma waggaa irratti ni dhiyeessu. Hojiin Gadaa Duudhaa Oromoo irratti waan hundaa\u2019uuf Oromoo biratti kabajaafi jaalala guddaa qaba.<\/p>\n

Yeroo har\u2019aa kanatti hawaasni bal\u2019aan dhimma isaa kara mana murtiitiin dhaquurra gara Waajjira Gadaa Tuulamaa fidachuu filata. Gadaan Tuulamaa ummata biratti amanamummaa guddaa qaba. Gadaa kan jibbu yoo jiraate diina Oromoo qofaadha. Warra waan hunda numatu isinii beeka jedhuudha. Fudhatama nu dhabsiisa jedhanii warra sodaataniifi warra Oromoo jibbanii qabeenya Oromoo jaalataniidha. Garuu akka isaan jedhan osoo hin taane guddinni Gadaa biyya tana irra darbee addunyaafuu bu\u2019aa guddaa qaba. Kanas ta\u2019ee sana Gadaan Tuulamaa har\u2019a cimee caasaa isaa dur dhiibbaa adda addaan jalaa laafee ture cimsachuu irratti argama. Gadaa Tuulamaa keeaassatti Itti Makoo irraa kaasee hanga Gadaamojjiitti kana fakkaata; Itti Makoo\u2192 Dabballee\u2192 Foollee\u2192 Qondaala\u2192 Raabaa\u2192 Doorii\u2192 Gadaa\u2192 Yuba\u2192 Yuba 2ffaa \u2192 Gadaamoojjii.<\/p>\n

Tuulama keessatti namni tokko erga Abbaa Gadaa ta\u2019ee dabareen booda Gadaa gargaarudhaan, gorsuudhaan hojjata. Tuulama keessatti umrii caasaa Itti Makoo irraa kaasee jiru akka seenan ibsutti ijoollee waggaa 0 \u2013 8 jiraniidha kan jedhu eegamaa miti. Tartiibni umrii eeggamaa miti. Sababni isaas akkuma olitti xuqame sirni Gadaa Tuulamaa baay\u2019ee sarbamuu irraan kan ka\u2019e addaan ciccitiin akka isa qunname seenan ni ibsa.<\/p>\n

Gahee hojii Caasaalee Gadaa Itti Makoo: jabbilee tiksuu, qae\u2019eerra taphachuu. Foollen yoo Gadaarraa gamma fudhatu isaan jala deemanii aadaa sirna foollee baratu. Daa\u2019imman waan ta\u2019aniif itti gaafatamummaa baay\u2019ee hin qaban.<\/p>\n

Dabballee: Loon bobbaasanii, borraaqanii taphatu, gosa ofii baru. Afoola adda addaa baratu.<\/p>\n

Foollee: Akka raayyaa waraanatti gadaa jalatti kan ajajamaniidha. Gadaaf ni ergamu, loon bade ni barbaadu, bishaan ni obaasu. Warra Gadaa akka abbaa isaanitti gargaarudha. Kanaaf Gadaan gaafa gadooma isaa gamma qopheessee laataaf.<\/p>\n

Qondaala: Sirna Bulchiinsa Gadaa shaakalu, waraanni biyyarratti yoo ka\u2019e ni duulu, ni qotu, midhaan haamu\u2026<\/p>\n

Raaba: Aangoo gadoomaa jala warra gahaniidha. Bakka gadaan hin jirretti bakka bu\u2019anii ni tajaajilu.<\/p>\n

Doorii: Baallii Gadaa fudhachuu warra gahaniidha, alangee gadaa tolfatu, Odaa Nabeefi Caffee Tumaa ni godaanu, sirna Gadaa ni fudhatu. Seera biyya ittiin bulchan ni tumatu.<\/p>\n

Gadaa: Qaama bulchiinsaa isa olaanaadha. Hawaasummaa, diinagdee, siyaasa walitti qabee kan ummata bulchuudha.<\/p>\n

Yuba: Muuxannoo qabaniin warra aangoo Gadaarra jiran ni gargaaru, ni gorsu. Seera darbes ni himu.<\/p>\n

Gadamiijjii: ni sooramu. Gadaa Shanan Tuulamaa Dur Gadaan miseensa (paartii) sagal akka ture himama.<\/p>\n

Maqaaleen hanga har\u2019aatti waamamanis kanuma mirkaneessa. Isaanis: Birmajii, Beelbaa, Halchiisa, Muudana, Roobalee, Horata, Duuloo, Biifole, Michilleefi Kiiloleedha.<\/p>\n

Haa ta\u2019u malee marsaan Gadaa naanna\u2019ee hanga dhufutti Gadaa abbaa ilmi waan dhaqqabuu dadhabeef Gadaa shanitti akka deebi\u2019e\/dacha\u2019e himama. Garuu bara kam Gadaa shanitti akka deebi\u2019e ragaa qabatamaan hin argamne.<\/p>\n

Gadaan sagal haa jedhamu malee 10ffaan Gadaan Kiilolee jedhamu maqaan ni jira. Kitaabni \u201cGadaa, Siyaasa Oromoo Tuulamaa\u201d jedhu keessatti haaromsa Gadaa gaggeeffameen Gadaan saddeet irraa akka shanitti deebi\u2019e haala kanaan ibsa. \u201cCaffeen giddugala Tuulamaa osoo hin taa\u201fin waggoota 360 ykn gadaa 45\u201ff akka citeefi gumiin hin taa\u201fin himama. Cinna Gadaa bara dheeraa kana booda bara Abbaa Gadaa Namoo Dooyyoo gumiin guddaan kan miseensa Birmajii jila gaggeessen Gadaan haaromfame jedhama. Kana jechuun yeroo ammaa irraa duubatti yoo herreegame 2006 \u2013 888 = 1118 A.D jaarraa 12ffaa keessa akka caffeen deebitee Odaa Nabee teesse tilmaama. Jijjiirama yeroo sanaa keessa marsaan Gadaa 8 ture shanitti deebi\u201fe. Miseensi sadeen duraa of danda\u2019an sun akka miseensa biraatti dabalaman ta\u201fe.\u201d<\/p>\n

Haa ta\u2019u malee ragaa armaan olitti xuqame kan faallessu waraana yeroo adda addaa Oromoon lafa isaa kabachiisuuf mootota Habashaa wajjin gaggeessaa ture, Taabor Waamii kitaaba isaanii \u201cYe Wigganaa Dirsatoochinnaa Yetaarik Iwunataa\u201djedhu keessatti bara gaggeessummaa Gadaa isaanii haala kanaan kaa\u2019e.<\/p>\n

    \n
  1. Gadaa Meelbaa (Beelbaa) \u2026. 1522 \u2013 1530<\/li>\n
  2. Gadaa Muudanaa \u2026. \u2026\u2026\u2026.1530 \u2013 1538<\/li>\n
  3. Gadaa Kiilolee \u2026\u2026\u2026\u2026\u2026\u20261538 \u2013 1546<\/li>\n
  4. Gadaa Biifolee \u2026\u2026\u2026\u2026\u2026\u20261546 \u2013 1554<\/li>\n
  5. Gadaa Michillee \u2026\u2026\u2026\u2026\u2026.1554 \u2013 1562<\/li>\n
  6. Gadaa Harmuufaa \u2026\u2026\u2026\u2026..1562 \u2013 1570<\/li>\n
  7. Gadaa Roobalee \u2026\u2026\u2026\u2026\u2026..1570 \u2013 1578<\/li>\n
  8. Gadaa Birmajii \u2026\u2026\u2026\u2026\u2026…1578 \u2013 1586<\/li>\n
  9. Gadaa Mul\u2019ataa \u2026\u2026\u2026\u2026\u2026…1586 \u2013 1594<\/li>\n
  10. Gadaa Duuloo \u2026\u2026\u2026\u2026\u2026\u2026..1594 \u2013 1602<\/li>\n<\/ol>\n

    As keessatti Harmuufa jedhamee kan xuqame Gadaa Gujii keessatti argama. Yeroo ammaa Halchiisa irraa baallii fuudhuuf waggaa tokko kan isa hafuudha. Mullata kan jedhus ragaa yoon argachuu baadhellee Gadaa keessa waan jiru hin fakkaatu. Akka as irraa hubannutti Gadaan miseensa shanitti kan deebi\u2019e bara 1602 booda fakkaata. Kun qorqnnoo gadi fagoo kan barbaadudha. Akka Gadaa Tuulamaatti Gadaan walitti deeb\u2019e\/dacha\u2019e kan armaan Gadiiti: Roobaleefi Biifolee walitti dacha\u2019uun Gadaa tokko ta\u2019an; Birmajiin akkuma jirutti jira; \u00a0Beelbaafi Horatni walitti dacha\u2019uun Gadaa tokko ta\u2019an; Muudanniifi Michilleen walitti dacha\u2019uun Gadaa tokko ta\u2019an; Halchiisnifi Duuloon walitti dacha\u2019uun Gadaa tokko ta\u2019an. Walumatti Gadaa shan ta\u2019u.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"

    (Waaqeffannaa, 1 Bitootessa 2017) Tuulamaa Godinaalee Shawaa afran keessatti kan argamu ta\u2019ee daangaan isaatis dhihaan Macca, Kibba dhihaan Jimma, Kaaban Laga Abbaayi, Bahaan Karrayyuufi Kara kibbaatin Arsiidhan kan daangeffamuudha. Lafa bal\u2019aafi ummata bal\u2019aa kan qabuudha.Teessoon…<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"parent":14,"menu_order":0,"comment_status":"closed","ping_status":"closed","template":"","meta":{"_oct_exclude_from_cache":false,"footnotes":""},"wppr_data":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/179"}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/types\/page"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=179"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/179\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":181,"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/179\/revisions\/181"}],"up":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/14"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=179"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}