Deprecated: Required parameter $heading_type follows optional parameter $class_div in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php on line 245 Deprecated: Required parameter $heading_type follows optional parameter $class_div in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php on line 255 Deprecated: Required parameter $post_data follows optional parameter $sharing_type in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/tweet-old-post/includes/admin/services/class-rop-twitter-service.php on line 891 Deprecated: Required parameter $rop_auth_token follows optional parameter $sharing_type in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/tweet-old-post/includes/admin/services/class-rop-twitter-service.php on line 891 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 {"id":161,"date":"2017-02-07T14:06:12","date_gmt":"2017-02-07T14:06:12","guid":{"rendered":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/?page_id=161"},"modified":"2017-02-07T14:06:12","modified_gmt":"2017-02-07T14:06:12","slug":"sirna-gumaa-baasuu","status":"publish","type":"page","link":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/culture\/sirna-gumaa-baasuu\/","title":{"rendered":"Sirna Gumaa Baasuu"},"content":{"rendered":"
\n

(Waaqeffannaa, Finfinnee, 2017)<\/strong> Kun sirna gumaa baasuu Oromoo Oromiyaa giddu galaa, Aanaa Ilfataa, keessatti raawwatamee dha. Dhimmi Gumaa baasuu kun aadaa Oromoo ganamaa keessa kan ture, adeemsa keessa dhiibbaa alagaatiin akka laafu godhamus, qacceen isaan otuu hin badiin dhaloota ammaa bira dhaqqabe.<\/p>\n

\"GumaaAkka seenaa Oromoo irraa hubatamutti, Gumaan adeemsa jiruu fi jireenya hawaasummaa Oromoo keessatti \u00a0hundee araaraa fi nagaa ta’ee hojjataa dhufe. Sababoota addaddaan namoota gidduutti waldhabiinsa uumamuun namoota wal-ajjeesan ykn walmiidhan gidduutti araara\u00a0 buusuuf sirni Gumaa Baasuu kun gahee guddaa baasaa jira.<\/p>\n

Adeemsa isaa milkeessufis, maanguddoonni namoota walmiidhan gidduu galanii\u00a0 jaarsummaa araaraa taa’uun dubbachaaf hiikkoo kennan. Egaa, namichi lubbuu namaa balleesse ykn miidhaa qaamaa qaqqabsiise warra ajjeese ykn miidhe sanaaf beenyaa akka kaffalu kan itti muramu sanatu Gumaa jedhama; sirni isaa immoo Sirna Gumaa Baasuu ti.<\/p>\n<\/div>\n

\n

Gumaan kan kaffalamu yeroo lubbuun namaa bade fi miidhaan qaamaa yoo namarratti qaqqabe qofaa osoo hin taane horiin nama harkatti yoo du\u2019ellee akkaataa sadarkaasaatiin itti murtaa\u2019ee namni ajjeese sun kan kaffalu ta\u2019a.<\/p>\n

Walitti bu\u2019iinsa uumame kanaan lubbuu\u00a0 bade fi miidhaa qaamaa raawwateef Jaarsi gidduu galee jaarsummaa dubbachuun kan miidhameef namicha miidhaa irraan gahetti Gumaa muruun araara buusuu adeemsaaleen deemamuu qabantu jira.<\/p>\n

Gumaa kaffaluuf maanguddoonni seera gumaa beekanii fi Abbootiin Gadaa taa\u2019anii haala ajjeejchaan itti raawwachuu danda\u2019ee fi sababasaa addaan erga\u00a0 baafatanii booda ulaagaa gumaa olaanaa , giddu galeessaa fi gadi aanaa keessaa isa kam keessatti akka ramadamu ilaalameet gumaan murama.<\/p>\n

Miidhaa qaamaa yoo ta\u2019es akkasuma.<\/p>\n

Aanaa Ilfataatti guyyaa walitti bu\u2019iinsi uumamuun duuti galee sanaa kaasee haaloo baafachuuf gosni bahee ammas dabalee lubbuu akka wal-hin baafne ykn miidhaa walirraan hin geenyeef jecha gosni warra nama ajjeesee guyyaa shaniif\u00a0 balbalasaanii cufatanii gosa isaanii gara\u00a0 biraa jiranitti fagaatanii baqatu.<\/p>\n

Namichi nama ajjeese sun immoo mana sirreessaa akka galu taasifama.<\/p>\n

Mana sirreessaa kan hin galle yoo ta\u2019e ammoo lammii fagoo jiruttii fifiroottan gara biroo jiraatanitti baqatee dhokata.<\/p>\n

Karrisaaniis qoraattiin cufama.Guyyaa lubbuun namaa badee guyyaa sagaliin booda warri lubbuun namaa harkatti bade lammii fi maanguddoota naannoo waammatanii halkan sagaliif warra du\u2019eef sagadu ykn kadhatu.<\/p>\n

Sagadni erga raawwateen booda gumaa akka bitaniif gosni warra ajjeesee Abbaa bokkuu fi kallacha, ayyaantuu, bokkuu fi caaccuu baasanii akkasumas farda luugamaan baasu, maanguddoota ammoo gosoota Oromoo aanaa kana\u00a0 jiraatan Shanan Galaan, Torban Kuttaahee kan jedhaman Macca, Burraa, Maliyyuu, Ituu fi Hidhabuu kan waammatan yemmuu ta\u2019u, lamaan Buluudoorraas Daadaa fi Abeebe keessaa jaarsoliin waammatan wal-gahuudhaan hooda baasanii qi\u2019ee warra du\u2019e fuuldura dhaqanii dhaabbatu.<\/p>\n

Haala kanaan hanga gaafa warri du\u2019e hoodni keessan haadahu jedhaniitti bahanii ni dhaabbatu.<\/p>\n

Gaafa hoodni keessan haadahu jedhaniin raada arrab-saaqii\u00a0 jedhamtu kan ilkaan cabsite warra du\u2019eef kennanii gara gumaa dubbachuutti seenama.<\/p>\n

Hooda bahe diduun hin danda\u2019amu. Hooda bahe yeroo tokko tokko warri du\u2019e aariirraa kan ka\u2019e ni didu. Haata\u2019u malee akka aadaa ummata Oromootti hoodni bahe safuudha, waan guddaadhas.<\/p>\n

Hayyooti Oromoo seeraan hoodni safuu fi sodaatamaa akka ta\u2019u tuman. Kanaaf Oromoon hooda isatti bahe ni deessisa malee diduu hin danda\u2019u. yoo dide immoo abaarsa qaba.<\/p>\n

Namni hooda isatti bahe dide karri isaa, namnisaa, nagaa hin argatu, qotee callaa hin argatu sanyiin hin marguuf. Yeroo as-dhiyoo garuu gatiin horii olka\u2019uun daangaa kaawwameen ol waan ta\u2019eef raadni arrab-saaqii kun gara qarshiitti jijjiiramtee qarshii 1000 akka kafalan taasifamaa jira.<\/p>\n

Qarshiin kunis qacamaa gosaa kan jedhamu yoo ta\u2019u, warri firri\u00a0 jalaa du\u2019e warra isaan ajjeese kana haaloo ba\u2019uuf eeggatanii miidhaa irraan akka hin geenyee fi isaanis dabalanii lubbuu akka hin baafnee gosoota warra du\u2019ee hundaaf kan qoodamudha.<\/p>\n

Warri du\u2019e ergaa qacamaa gosaa fudhatanii booda jaarsoleen gosa lachuu gidduu seenanii sababa gadda itti gale kanaan warri firri jalaa du\u2019e baasii baasanii fi dabdee gidduu jarreen lamaanii jiru qoratanii baasuun baasii bahe warri ajjeese akka deebisu taasisuun walii galchanii gara bokkuu migira bakkeetti lukaa fi lukee gama lachuunuu akka walii kennan ergu.<\/p>\n

Olitti akkuma ibsine Gumaa lubbuu murteessuun kanfalchiisuu keessatti jaarsoleen biyyaa qooda haa qabaataniyyuu malee, abbootiin Gadaa qooda olaanaa fi aangoo guddaa qabu.<\/p>\n

Murtiin gumaa abbootii Gadaa fi abbaa bokkuutiin murtaa\u2019a waan ta\u2019eef namoonni kun gumaa walbituuf yoo gara kana dhufan karaa\u00a0 jaarsolii biyyaa fi lammiisaaniitiin walii galtee isaanii fudhatanii dhufuAbbaan Bokkuus walii galtee isaanii ilaalee gumaaf dhuftanii? baasii keessan, qacamaa keessanii fi dabdee keessan fudhattaniittuu jedhee warra miidhaan irra gahe gaafatu.<\/p>\n

Eeyyee yoo jedhani gara sirna hanxaxii cabsaatti isaan ergu.yoo hin fudhanne ta\u2019e immoo dura baasii isaanii, qacamaa isaanii fi dabdee isaanii fuudhanii fi guyyaa hanxaxii cabsaatti beellam qabuuf.<\/p>\n

Guyyaa hanxaxii cabsaa kana gosti nama lubbuun darbee fi warra ajjeesee lukaa fi lukee isaanii qabatanii kan ajjeese gumaan baasa, bakka isaan hin gahiin jedhan hin gahu gumaa kee nan baasa hin hanbisu jedhee kan itti kakatuu fi warri du\u2019anis har\u2019aa kaafnee gumaa keenya fudhanna malee haaloon hin eeggannu, bakka nuti si dhoowwine hin geessu malee haaloon si hin eeggannu jedhanii guyyaa itti kakuun raawwatamee nageenyii fi tasgabbiin gosa lamaan gidduutti bu\u2019udha.<\/p>\n

Guyyaan kun sirna gumaa baasuu keessatti guyyaa murteessaadha.Guyyaa hanxaxii cabsaa kana lukaa fi lukeen gosa lachanuu hanxaxii gogaa 16 harkatti qabatanii kakuu akka armaan gadiitti raawwatu.<\/p>\n

Kun gumaadha, yoon gumaakee balleesse, gumaanii fi balaan (hamaan) natti haa galu; kuni ija ijaan gumaan natti haa galu; inni kuni harkaa harkaan gumaan natti haa galu.<\/p>\n

Kuni gurraa gurraan natti haa galu; kuni arrabaa arrabaan natti haagalu; hiddii qooqxe, odaa tortorte naa haa godhu; dhama\u2019een, calcalliin, sochootuun, abba torbii daaraa midirii naa haa balleessu.<\/p>\n

Afuurri waaq Arfaasaa fi Birraan gufuun sagal, abarreen 44 dachaadhaan na haadhahu. Saree gurraattii, afuura arfaasaa,saree kottollaa naa haa godhu; ani gumaa kee nan baasa. Anis gumaa koo nan fudhadhaa jechuudhaan guyyaa hanxaxii cabsaa kana gosni lachanuu kakatanii gara sirna gumaa baasuutti seenama.<\/p>\n

Haala kanaan akkaataa ajjeechaan itti raawwate, otoo itti hin yaadiin moo itti yaadeeti ajjeese kan jedhu dursanii abbootiin gadaa adda baasii waan jiraniif, guyyaa kana namichi ajjeesetti gumaa inni kaffaluu qabu itti murtaa\u2019a.<\/p>\n

Gumaa itti murtaa\u2019e kanas kaffalee of rraa akka xumuru yeroo qabameef keessatti lammiisaarraa hirphatee kaffala.<\/p>\n

Qabeenya amma fedheyyuu yoo qabaate manaa kaffaluu hin danda\u2019u hooda. Guyyaadhuma kana yeroo kam keessatti akka kanfalatee xumuratuu fi guyyaa sirni harka dhiqaa raawwatamus ni murtaa\u2019a. haala kanaan gara gumaa baasisuutti seenama.<\/p>\n

Maddi- Waajjira Koomunikeeshinii aanaa Ilfataa<\/p>\n<\/div>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"

(Waaqeffannaa, Finfinnee, 2017) Kun sirna gumaa baasuu Oromoo Oromiyaa giddu galaa, Aanaa Ilfataa, keessatti raawwatamee dha. Dhimmi Gumaa baasuu kun aadaa Oromoo ganamaa keessa kan ture, adeemsa keessa dhiibbaa alagaatiin akka laafu godhamus, qacceen isaan…<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"parent":14,"menu_order":0,"comment_status":"closed","ping_status":"closed","template":"","meta":{"_oct_exclude_from_cache":false,"footnotes":""},"wppr_data":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/161"}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/types\/page"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=161"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/161\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":163,"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/161\/revisions\/163"}],"up":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/14"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=161"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}