Articles by @Waaqeffannaa




Ibsa Ejjennoo Xumura Jilaa GWA

“Ayyaanni waggaa 10ssoo hundeeffama GWA Waxabajjii 22-24 bara 2018 Norway, Bergen keessatti gaggeeffame milkiin xumurame. Ayyaana kana irratti hayyooti Oromoo Australia, USA (Washington DC fi Minnesota), Kanaadaa, Awuroppaa fi Oromiyaa keessaa irratti hirmaatuun beekumsa, ogummaa…


Gumiin Waaqeffannaa Addunyaa waggaa 10ffaa kabajuuf jira.

(Waaqeffannaa, 08/04/2018) Gumiin Waaqeffannaa Addunyaa waggaa 10ffaa itti hundeeffame Norway, Bergen keessatti kabajuuf jira. GWA waggoota kurnan darban (2008-2018) keessatti hojii aadaa fi amantii Oromoo guddisu, beeksisuu fi babal’isu hojjachaa jira. Ayyaanni kun Waxabajii 22-24…


Irreecha Laga Soor Iluu Abbaa Booraa

(Waaqeffannaa, 3 Janaury 2018) Kun Waaqeffatoota saglan Iluu  Irreecha Laga Soor Iluu Abbaa Booraa bara 2014 irratti duudhaa fi amantii Oromoo ganamaan dhiyaatan. Ayyaana Laga Soor Iluu Abbaa Booraa, Mattuu keessatti kabajame irratti Waaqeffattooti Salgan…


Irreecha festival celebrated in Bishoftu

(Irreechaa2017; October 1, 2017)– Millions of people across the country have celebrated the Irreechaa festival peacefully and colorfully in Hora Harsadi, Bishoftu, Oromia. In Oromia, this year’s Irreecha festival brought peaceful but powerful protest as…




የህዝብን እምነትና ባህል የሚያጥላላ ስብከት ተቀባይነት የለዉም።

(የአውስትራሊያ ዋቄፈና ማህበር, ሰኔ 6 ቀን 2017) የአውስትራሊያ ዋቄፈና ማህበር ፕሮፌት ሱራፌል ደምሴ በሜይ 30 ቀን 2017 የለቀቁት የስብከት ቪድዮ የኦሮሞን ህዝብ የዋቀፋና እምነት እና የእሬቻ ባህልን የሚያቋሽሽና የሚያጥላላ የተሳሳት ስብከት መሆኑን አስተውለዋል። ማህበሩ ሰኔ 6 ቀን 2017 ባወጣዉ መግለጫ…