Deprecated: Required parameter $heading_type follows optional parameter $class_div in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php on line 245 Deprecated: Required parameter $heading_type follows optional parameter $class_div in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php on line 255 Deprecated: Required parameter $post_data follows optional parameter $sharing_type in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/tweet-old-post/includes/admin/services/class-rop-twitter-service.php on line 891 Deprecated: Required parameter $rop_auth_token follows optional parameter $sharing_type in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/tweet-old-post/includes/admin/services/class-rop-twitter-service.php on line 891 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/rest-api/class-wp-rest-server.php on line 1831 {"id":168,"date":"2017-02-07T15:03:17","date_gmt":"2017-02-07T15:03:17","guid":{"rendered":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/?page_id=168"},"modified":"2017-02-07T15:03:17","modified_gmt":"2017-02-07T15:03:17","slug":"gadaa-karrayyuubaallii-tarree-luugoo","status":"publish","type":"page","link":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/culture\/gadaa-karrayyuubaallii-tarree-luugoo\/","title":{"rendered":"Gadaa Karrayyuu:Baallii Tarree Luugoo"},"content":{"rendered":"
\n

Ummanni Oromoo erga Gadaan buluu jalqabee jaarraa heddu lakkoofsiseera. Jalqabamuun Sirni Gadaa qarooma dhala namaa keessaa, qaroomina ummata Oromoo waliin gama siyaas-diinagdee fi hawaasummaatiin hidhata guddaa kan qabuudha. Ummanni Oromoo durdurii osoo qaroomni sirna bulchiinsa diimokraasii hin calqabin dura, fakkeenya sirna bulchiinsa diimokraasii Addunyaa keenyaa kanta\u2019e sirna Gadaa Oromootiin walbulchaa ture.<\/p>\n<\/div>\n

\n
\n

Sirnoota dabran keessa Ummanni Oromoo aadaafi seenaa isaanii dagatanii eenymmaa isaanii akka wallaalaniif waggoota dhibbaa oliif dhiibbaan gara garaa irratti raawwatamaa tureera. Godinaalee Oromiyaa dhiibbaan sirna bittaa osoo isaan hin danqin aadaafi duudhaa isaanii ganamaa kanta\u2019e bulchiinsa sirna Gadaa Oromootiin bulaa kan turanii fi ammas sirna kanaan bulaa fi bulchaa kan jiran keessaa Oromoon Karrayyuu isa tokkko. Bulchiinsa sirna Gadaa Oromoo keessatti walharkaafuudhiinsi aangoo waggaa saddeet saddeetiin kan raawwatamu yommuu ta\u2019u, sirni walharkaa fuudhiinsa aangoo Oromoota karrayyuu immoo kanneen biroo irraa wanna adda isa taasisu qaba.<\/p>\n

Haaluma kanaan, hawaasni Oromoo Karrayyuu sirna walharkaa fuudhiinsa aangoo kan calqabu waggaa saddeet eegee osoo hintaane waggaa 6ffaa irratti; tuuta aangoo fudhatuuf, sirna Goobaa\/Walakkaa Aangoo isaa kennuun,waggootii lamaaf leenjiiwwan adda addaa bulchiinsa sirna Gadaarratti barbaachisan baldhinaa fi gadi fageenyaan erga laateefii booda, dhuma waggaa 8ffaatti aangoo isaa guutummaatti kan kennuuf ta\u2019a.<\/p>\n

\"TarreeSirni kun Sirna Goobaa\/Walakkaa aangoo jedhamuun beekama. Sirni kun kan gaggeeffamu tuutni Gadaa tokkoo, aangoo Sirna Gadaa fudhatee erga harkaan gahatee booda, waggaa 6ffaa isaattii sirna Kabajamuudha. Kanaafuu cidha kana keessatti tuutni Gadaa Meelbaa Muddee 23\/2009 bakka duraan qubatee jiru Ardaa Warra Gadaa dirree \u201cAbba Kulaa\u201dirraa godaanuun gara Dirree Jinfuu\/ardaa Jilaa \u201cTarree Luugootti\u201d namaa saawwaan qajeelu.<\/p>\n

Oromoon Karrayyuu Yoo bakka duraan qubatee(Gabaloomee) booca \u201cO\u201d ummee qubatee jiraaturraa gara Dirree Jinfuu\/ Ardaa Jilaa bakka Sirni Gadaa itti gaggeeffamu dirree Cidhaa Tarree Luugoo godaanuu(Mannaaguu)osoo hin calqabin, Abbootiin Gadaa Karoora mataa isaanii baafatanii qoophii barbaachisaa ta\u2019e taasisuun sochoo\u2019u.<\/p>\n

Kunis kan ta\u2019u, baatii Qokkee(Muddee) gara dhumaa, seensa baatii Amajjii keessa ayyaanni Sirna Gadaa kamiyyuu gaggeeffama akka Oromoota Karrayyuutti.<\/p>\n

Kana jechuun,Oromoonni Karrayyuu Jila Kamuu kan gaggeessan, Seensa baatii Amajjii keessa ta\u2019uu isaa agarsiisa.<\/p>\n

Kanaafuu Sirni Kabaja Ayyaana Ciicoo Guddaa Hawaasa Oromoo Karrayyuu Bara 2009 gaafa Muddee23 kaasee, hanga Amajjii 28\/2009tti bifa ho\u2019aafi miidhagaa ta\u2019een kabajama. Jilli kun bakka qubatee jiruru Abba KulaairraaMuddee23 sochoo\u2019uun Karaa bulee, gaafa Muddee 24\/2009 Waaree booda bakka lafa Jinfuu Jilaa Tarree Luugoo gaha.<\/p>\n

Haaluma kanaan Sirni Cidhaa Tarree Luugooakkuma kaleessaa duudhasaa ganamaa eeggatee, bifa ho\u2019aafi miidhagaa ta\u2019een itti fufuun, Amajjii 8\/2009 xumuurama.<\/p>\n

Tarreen Luugoo Kun bakka jiituu afaan lagaatti waan argamtuuf muka \u201cLuugoo\u201d jedhamtu irraa kan moggaafamte. Warri Gadaa gaafa dooromu hanga waggaa saddeetiitti naannoo qubata.<\/p>\n

Yaata\u2019u malee, Oromoonni Karrayyuu Waggaa Jaha(6) booda hangafaa quxisuun tarree luugoo kanatti bahee tarrisee\/sarara galee dagalaa\u2019uun qujbata.Hootana bakkuma duraan abbotaafi akaakileen isaanii irraqubatan irraqubatu.<\/p>\n

Tarree Luugoo tarree biraa irraa adda kantaasisu,akka lafa muudaatti laalamuu isaati. Hoggaa tarree kana qubachuufka\u2019an kan biyyatti himataniif akka biyyi baatee nama gargaartuufidha.<\/p>\n

Keessattuu, warri \u201cWalaannaa\u201dGadaafudhachuuf qophaahu dura deemee karaa cira,meeshaa isaanii geejjibaan godaansisaaf, Warri Walaannaa Warra itti aanee Gadaa fudhatuu yoota\u2019u,kuun immoo warra Raabaa(warra Gadaa harkaa qabu) Sirna kanarratti nigammadu,itti tolas, hoggaa bakka tarree luugoo gahe, dura dursoo abidda buusa.<\/p>\n

Geejjiba meeshaan ciisa, hookana warri raabaa\u201cArdaaga reeba\u201d. Ardaaga reeba jechuun, ni\u2019ori\u2019a niceeha jechuudha.<\/p>\n

Warri hoggaa qubatu akkana jedha:-<\/p>\n

Hooda raarrataa loon korma rugee!
\nTa\u2019ar\u2019a taphaa buru taajjabaa loon korma rugee !
\nYaa hiriyoo yaamiseensayyoo !hooda raarrataa loon kormaa rugee!
\nYaatuu Sululaa gootatu waamuraa, hooda raarrataa loon korma rugee !
\nKa\u2019argee dheesse haati maaldesse !hooda raarrataa loon korma rugee !
\nNaannaqii har\u2019aa qoosaa hegeree ,hooda raarrataa loon korma ruhgee !
\nOromoo Karrayyuu hoggaa dirree kana qubatu akkana jedha:-
\nAadaa teenya hin balleessin ,Oromoo Aadaan bultu nugodhi !
\nDhaddachano siqabadhee qabaa balaa jalaa nabaasii
\nArraba nuhin micciirin Aadaa nuhinjijjiirin
\nOromoon jiituu, jiidha nuhindhowwatin
\nGadaa teenya Gadaa miinyaa nuugodhi !
\nJedhanii erfga eebbifatanii booda, geejjibni hiikkama.<\/p>\n

Wayta kana Abbaan Bokkkuu dhaabbatee \u201cOri\u2019aa\u201d jedha.Muka guuraa fidaa jechaadha. Muka guuree fide gadi dhaaba. Mukni kunis kataarrii jedhama. Warri kun dhaddacha hintuqu.Dhaddachi muka Kadhaa waaqaa waanta\u2019eefiidha.Muhka kana erga dhaabee booda akkana jedha.<\/p>\n

Gubee gubee kataarrii, Kataarrii dannabaan gubee!
\nDhaabee dhaabee, Kataarrii danna baan dhaabee!
\nReebaa Waaqoo reebbataan diina balleessee jedha.<\/p>\n

Sana booda Bokkkuun korbeessa qala.Maqaan korbeessa kmanaa \u201ckorbeessa huffeenaa jedhama. Tulluun Korbeessi kun irratti qalamu Tulluu huffeenaa waan ta\u2019eef yoota\u2019u gama bijraatiin Korbeessi kun korbeessa tuhlluutis ni jedhama.<\/p>\n

Korbeessa waddee nyaatee ,dhiiga biyyee waliin waldeessee,kolbata\/bijlata.Hoggaa fixe gara waraa deebi\u2019uun akkana jedha. Haaya maal muumuu gadda dhiiguu muudee! Muuda akakee kiyyaa, haaya maal muumuu gadda dhiiguu muudee!<\/p>\n

Dolooloon kurriftee raachi kokqaa bulee,haaya maal muumuu gadda dhiiguu muudee,
\nYoonan roobsuu baadhe ,Mandisiisuu baadhee,haayaa maal muumuu gaddaa dhiiguu muudee
\nDhiiga tuhmaalessaa, haayaa maal muumuu gadda dhiiguu muudee
\nGaafa namaa gamtee gootatti dheessanii, haaya maal muumuu gadda dhiiguu muudee
\nHoggaa karra bira gee galuuf
\nGaabii Sayyoo roobee biyya gabbisee!
\nOromoo fuula booruudhaa!
\nBooruu yaafula Waaqayyoo !
\nOromoo Uumaatiin bulaa, Qaalluun Ayyaanaan bulaa
\nRoobee biyya gabbise jedhaa. Sana booda karra bokkuutti gala.<\/p>\n

Eega baatiin baatee guyyaa afurbulee booda godaanee qubata.Sana booda biyyi harki guhddaan nigala.Kun hanga goobanuu galma jaraatti gaafa dukkan dursan Ciini qalama.Haayaa maal muumuu gaddee dhiiguu muudee \u2026.<\/p>\n

Ilmaan baareentuu baratu bara jila muudatan jira jedhe, bakka tarree luugootti.<\/p>\n

Galma namoota hundaa duraa Galma Abbaa Bokkuutu ijaarama. Qirbaa manaa nama hundaa dura Abbaa Bokkkuutu Foodduu ijaarrata. Foodduu dhoqqee loonii afaanitti ,hiddii loonii itti naanessanii karra Abbaa Galmaa duhratti hokojjetani.<\/p>\n

Abbaa Galmaatiifi Bitimaa Walakkaa hinbahan.Hoobahan foodduun nutaakaala, yookaan nuqallisee nutuhffatte jedhu.Isiintun booddee milluu\/komii fiddijechaadha.Ganda Abbaa Bokkkuu duhratti \u201cArdaagni\u201d ijaarama.Bakka kanatti ibidda bobeessanii akka hindhaamne tiksee ykn jajabbii itti godhan. Namnis Ardaaga kana gidduu hinbahu yhoobahes ni tuhmamaa, horritu irraa qalama.<\/p>\n

Bakka ibiddi itti boba\u2019e kanatti Saani dullachi niqalama.Foon achumatti waadamee nyaatama.Bakka cidhaa Ardaa jilaa kanaa deemuun dhowwaadha.Namuu gumaachituu foodduu gubbaatti eeggatee olgalfata.Guyyaa Cidhaa gumaachituu namni hunduu ala Ciisee\/taa\u2019ee hanga intalti Abbaa Bokkuu hangafti galtutti eega.<\/p>\n

Hoggaa isiin galte Simaloofi Abbeentaa(Waarii Abbaa Bokkuu uwwisan.Eega mi\u2019oon Waarii Abbaa Bokkuu \u201cAmmayyoo\u201d dhageessiftee booda namuu olka\u2019ee dhaabbata.Sana booda Karra namuurrattuu Hammayyoofi Dambaleen dhagahamu calqaba.Sirba Dambalee Warri dhiiraa yootaphatan, Hammayyoommoo dubartootatu taphata.Warri Jilaa hammayyoofi dambalee taphatee erga quufee booda namuu galee keessummaa isaatti dhihaata.<\/p>\n

Galma nama hundaa keessatti \u201cLoogaatu\u201d dhaabbata. Dursa garuu kan Abbaa Bokkuutu dhaabbata. Loogaa: Sirna Ciicoo Buttaa keessatti, funyoofi hookkoon walitt loogoo jedhama. Ciicootti Aannan naqamee qadaaduun utubaatti hidhbama.Abbaan Warraa qabatee ejjeta\/dhaabbata.<\/p>\n

Abbaa GalmaaQadaadduu
\nLooga mijuu keetii Mijuu jireen
\nRooba Abbaa Waaqoo tanaa tanaa
\nWarra dilluu walbarbaadutu tanaa?tanaa
\nWalitti horaa ?horaa
\nWalitti Bulaa ?bulaa<\/p>\n

Bu\u2019uuruma kanaan,halkan kana Galma nama hundaa keessatti Sirni Ciicoo buttaa ni hojjetama. Hoggaa bari\u2019u Warri Abbaa Bokkuu Korma qala.Kormi kunis Korma qilxuu jedhama. Kormi kun ifa golgola barii keessa yooqalamu, Warri raabaa hunduu dhufee qabata. Warra raabaa kana dura namuu qabachuu hindandayu, Sababaa dooriin nama hindhiifneef.<\/p>\n

Korma kana Kolbeetu raawwatu yoota\u2019u, sana booda naanna\u2019uun akkana jedhu:-
\nQaalluun Miinyaa naakenne nanfudhaa x2
\nBokkuun miinyaa naakenne nanfudhaa x2
\nGateettii hoolaa Korma adda jabboo!
\nQunbiin nyaararraa qabaa waan tooloo !
\nDoorii maroo ! Simaaree yaawaaqa naamagarsi!
\nSiifan maaraa ! Rabbuma luba naamagarsi,
\nSiifan maaraa ! Yaabokkuu jireenya naamagarsi,
\nSiifan maaraa Yaabokkuu daayyuu naamagarsi.<\/p>\n

Erga Kormi Abbaa Bokkuu qalamee booda namuu korma cidhaa hinburuqin qala. Gara Saafayaatti Warri jijlaa kanfedhe ni galaa, kanfedhes ni tura. Sana booda Warra Wallaanaatti gooba(Walakkaa Aangoo Sirna Gadaa) kenna. Abbaa Bokkuu lamaan Maraan harka walfuudha. Jaarsi biyyaa Walakkaa dhaabbatee kennaaf.Hoggaasan Maangudduun akkana jetti:-<\/p>\n

(Ija agartuu keenyaa Ijarraa nuhambisaa, Gadaa Tuuta kanaan Waaqatu gahee , tajirtuu hinbadin, tahinjirre hindhalatin, tuuta kanaa Gadaa akka kennitan maraa biyyeen isinitti wawwaannaa!)Erga jedhaniin booda Gadaan Karoobaa Gabbinaa haataatu jedhanii eebbaan irraa fuudhanii kennaniif.<\/p>\n

Tuuti Warri Gadaa fudhate kun hanga Waggaa lamaa akkana jedhanii taphatu.
\n(Goobaa Maroo Simaaree Yaa Waaqa naamagarsi,
\nGooba kichaa nahobbaasi Waaqa hayyichaa,
\nGooba lattuu nahobbaasi Waaqa hunda Caaltuu!:-akkana jedhanii goobaan taphatu.)<\/p>\n

Waggaa Lamaan booda Aangoo Sirna Gadaa guutumatti fudhatuu.Akkana jechuun Liboomee fudhatu jechuudha.Gaafni guyaa Liboomaa Kun Cidha Liboomaa\/Gururaa) jedhama.Cidha Guruuraa wanti jedhameef, Obboleettiin Warra Liboomaa hunda dhadhaa bubbee keessaa ittibiifanii, qoree muka Agamsaatiin gurra uraniif.Ijoolleen raabaa Kalaalaa mataatti marattee dhadhaa buubbee keessaa qadaaduun itti biiftee Aannan qoriitti areeranii dabbasaa irratti naquu irraa haadan.Akkuma kanaan dura dubbannetti Karra Abbaa Bokkuu gubbaatti Guutuu Aangoo kanaa har\u2019a kennaafi. Warri Doorome, Warra harraantana Gadaa fudhate jechuudha. (Doorii Maroo! Simaare yaawaaqa magarsi!<\/p>\n

Doorii maroo !Simaare yaa Gadaa jiituu jedhee taphataa deema.Ganda Abbaa Bokkuu tuuta isaanii bulee Korma qala.Warri Liboome Luba jedhama.<\/p>\n

Waggaa 40 booda ilmaan isaanii dooroman jechaadha. Gabaalanii tarree kanqubatu ji\u2019a Qorkee(Fulbaana\/Muddee) baatiin baatee erga guyyaa 4 bultee qubata. Dukkana Durisa guyyaa 11 bulee gumaachituun dhufti.Walumaa galatti guyyaa 15ssootti Ciini niqalama, eega ciini qalamee booda guyyaa 8 bulee addaan godaanee Onasaa kanduraatti deebi\u2019a.<\/p>\n

Gaafa tarree qubaa kana biyyi baatee gargaarti.Keessattuu warri Wallaanaa (itti\u2019aanee Sirna Aangoo kana fudhatu, guutuu ta\u2019uu walakkaata\u2019udura deemee karaa cira. Meeshaa isaanii hunda godaansisaniif tarree goobaa kennuun qubatu waggaalamaan bahee,lubooma ykn gaafa gurra uraa ammas deebi\u2019ee tarree qubata.<\/p>\n

 
\nMaddi: Biiroo Aadaafi Turiizimii Oromiyaa<\/p>\n<\/div>\n<\/div>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"

Ummanni Oromoo erga Gadaan buluu jalqabee jaarraa heddu lakkoofsiseera. Jalqabamuun Sirni Gadaa qarooma dhala namaa keessaa, qaroomina ummata Oromoo waliin gama siyaas-diinagdee fi hawaasummaatiin hidhata guddaa kan qabuudha. Ummanni Oromoo durdurii osoo qaroomni sirna bulchiinsa…<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"parent":14,"menu_order":0,"comment_status":"closed","ping_status":"closed","template":"","meta":{"_oct_exclude_from_cache":false,"footnotes":""},"wppr_data":[],"_links":{"self":[{"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/168"}],"collection":[{"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages"}],"about":[{"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/types\/page"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=168"}],"version-history":[{"count":1,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/168\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":169,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/168\/revisions\/169"}],"up":[{"embeddable":true,"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/14"}],"wp:attachment":[{"href":"http:\/\/www.waaqeffannaa.com\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=168"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}