Deprecated: Required parameter $heading_type follows optional parameter $class_div in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php on line 245
Deprecated: Required parameter $heading_type follows optional parameter $class_div in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php on line 255
Deprecated: Required parameter $post_data follows optional parameter $sharing_type in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/tweet-old-post/includes/admin/services/class-rop-twitter-service.php on line 891
Deprecated: Required parameter $rop_auth_token follows optional parameter $sharing_type in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/tweet-old-post/includes/admin/services/class-rop-twitter-service.php on line 891
Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/onecom-vcache/vcaching.php on line 595
Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/onecom-vcache/vcaching.php on line 603
Warning: Cannot modify header information - headers already sent by (output started at /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-content/plugins/wp-product-review/includes/functions.php:245) in /customers/8/9/9/waaqeffannaa.com/httpd.www/wp-includes/feed-rss2.php on line 8
The organising committee of Irreecha Birraa – Oromo Thanksgiving Day in Melbourne would like to invite all Oromos and Oromo freinds to “Irreecha Birraa – Oromo Thanksgiving Day” at Wilson Botanical Park, Berwick (October 1st, 2023 – Melbourne, Australia. Slået op af Oromia Media Network i Fredag den 20. juli 2018
GWA waggoota kurnan darban (2008-2018) keessatti hojii aadaa fi amantii Oromoo guddisu, beeksisuu fi babal’isu hojjachaa jira.
Ayyaanni kun Waxabajii 22-24 bara 2018 kabajamu irratti argamufu amumaa akka saganteeffattan GWAn kabajaan isin afeera.
]]>
Ayyaana Laga Soor Iluu Abbaa Booraa, Mattuu keessatti kabajame irratti Waaqeffattooti Salgan Iluu faaruu miidhagaa jabinaa fi gaarummaa Waaqaa faarsuun dabaalamanii gara malkaa deeman.
Waaqeffattooti kunneenis mana namaa dhiisuun kan ofiitti daccha’aa jiraachuu qabatamaan agarsiisan. “Amantii halagaa hin feenu,” jedhaa jiran.
“Namni of ta’e wal ta’a.Namni wal ta’e ammoo waan barbaade argata,”jedha Waaqni Walaabuu.
]]>In Oromia, this year’s Irreecha festival brought peaceful but powerful protest as the Oromo people marked the anniversary of last year’s massacre at Bishoftu.
More than 1.5 million people were expected to attend the annual thanksgiving celebration.
“May the almighty avenge those that are killing our people,” said the traditional Oromo Gadaa leader as he delivered a blessing. “May the almighty avenge those who killed our people here last year. May the almighty avenge the unavenged. May the almighty end our national ordeals.”
Irreecha is an Oromo Thanksgiving festival which is celebrated twice a year; Irreecha Malkaa and Irreecha Tulluu.
Millions of people, Oromo Abba Gada’s, and tourists from different countries have attended the event.
This year Oromo hold peaceful memorial at Irreecha festival.
Despite the rainy skies, they came; once there, the crowds chanted anti-government slogans with the now-familiar crossed arms symbol of protest against Ethiopian authorities they say have long persecuted them – and who, in 2016, opened fire as the scene at Bishoftu deteriorated into chaos.
The Ethiopian Human Rights Commission denied the military used lethal force in an official report on unrest in Oromia released in April.
The EHRC said 669 people had died in ethnic clashes overall, including 465 Oromo civilians, while blaming the Oromo Media Network (OMN), other diaspora sources, and Oromo political opposition groups for escalating the crisis while defending all national security measures as appropriate.
The report results were questioned by international governments and human rights organizations who say they are consistently denied the access needed for an independent investigation. Many of the thousands who were arrested during a 10-month state of emergency remain detained, including key Oromo political opposition leaders.
Security remained tight for this year’s Irreecha celebration, as Ethiopian authorities banned weapons and set up security checkpoints while promising that armed forces would remain on the perimeter of the event but not venture inside.
]]>According to the organisers Toronto is the earliest celebrator of Irrecha overseas because of the North American weather.
As fall is approaching to take a turn from summer and the weather is expected to become tougher, early September is annually a moment of Irrecha celebration in Toronto.
Participants of Toronto festival gather from major cities in Ontario province-Toronto, Ottawa, Hamilton, and Kitchener-Waterloo. Organizers of the even are mainly from Greater Toronto Area (GTA).
Irrecha is not a one day event in Toronto. It is an event of 24 hours or more. The Toronto Irrecha is a showcase of multiple ceremonies. Due to in conveniences to conduct various events on different days, celebrations that take place back home separately are displayed on the Irrecha day as follows altogether.
The ceremony honoured the Oromo elders’ blessings and wisdom, and eventually helped to preserve the heritage and strengthen the progress of humanity. It is also committed to the beginning a back to the root project for us as a society.
At this point in time Irrecha is a transreligion subject for the Oromo people. The revival of Oromumma spirit is grounded in it, the renaissance of Oromo self-consciousness is in the making through it.
Irrecha is one of the Gada elements and should be treasured as part and parcel of the unsung democracy. Irreecha is a manifestation of an ancient African consciousness about the universe, back in millenniums.
Irreechaa ritual ceremony admires the miraculous spiritual powers of Waaqaa Gurraacha-Tokkicha-Haqaa and conjointly relates the living secret of generation.
For more information about this Irreechaa celebration: http://www.waaqeffannaa.com/irreechaa/irreecha-a-gateway-to-oromumma-revival-toronto-2017-in-focus/
]]>“Waldhabdee babal’isuun aadaa Oromoo miti.”-Ibsa Koree Waaqeffanna Oromoo Addunyaa
(Waaqeffanna Oromoo Addunyaa, 9 Waxabajjii 2017) Koreen Waaqeffanna Oromoo Addunyaa dhimma lallaba Prophet Suraphel Demissie kan Waaqeffannaa fi Irreechaa xiqqeessu sirreessisuuf tattaaffii godhamaa jiru keessatti kanneen deeggarsa godhan dursee galateeffachuu barbaada. Aadaa, amantii fi eenyummaan Oromoo akka kabajaa argatuuf dirmannaa gootan haalaan dinqisiifanna.
Dhimma lallaba Prophet Suraphel Demissie kan Waaqeffannaa fi Irreechaa xiqqeessuufi salphisu sirreessuuf yaaliin gama keenyaanis ta’ee, gama qaamota deeggartoota keenyaan godhamaa jiru amma illee itti fufee jira.
Akkuma yaadatamu, dubbiin kun akka furmaata nagaa argatuuf gama keenyaan, gaaffiilee ifaa ta’e dhiheessine. Gaaffiilee dhiheessine keessaa hamma ammaatti deebii kan argate, Vidiyoo arrabsoo san marsaa isaanirraa haquu qofaa dha. Kun gaarii ta’us, gaaffiin keenya ijoo immoo, namichi lallaba isaa keessatti Waaqeffannaa fi Irreechaa xiqqeesse ummata Oromoo akk dhiifama gaafatu gaaffiin dhiheessine hin deebne; haga ammaattis dhiifamni kun hin gaafatamne.
Gama keenyaan, dhimmi kun kan ummata Oromoo waan ta’eef akka Waajjira Abbootii Gadaatti dhiyaatee murtii argatu gochaa jirra. Gadaa keessatti dhimma akkanaa kana ilaalan Abbaa Seeraafi Abbaa Alangaa dha. Dhimma kanas karaa Seeraatiin ykn murtii biraatiin akka itti fufnu kan murteessan warra Abbootii Gadaa ti. Kanaaf, dhimmi kun Waajjira Abbooti Gadaatiin xiinxalee hamma murtiin kennamutti eegaa jirra.
Haata’utii, sababa dhimma kanaatiin marsaalee addaddaa irratti walirratti duuluun itti fufee jira. Nuti, akka amanutti, dhimmi kamuu akka aadaa Oromootti karaan nagaan akka hiikamu barbaadna. Sababa kanaan waldhabdeen hawaasa gidduutti babal’achuu hin qabu. Hamma Waajjirri Abbootii Gadaa murtii tokkorra gahanii nu beeksisanitti, obsaan eeguun barbachisaa dha. Kanaaf, haga dhimma kana irratti ibsa biraa baafnutti namoonni dhuunfaadhaanis ta’ee gareedhaan walitti daddabruu irraa akka of qusatan jabeessinee dhaammanna;waldhabdee babal’isuun aadaa Oromoo miti.
Akkuma jalqaba irratti ibsine, dhimma kana laalchisee haga ammaatti deeggarsa saba keenyarraa arganneef hedduu galateeffanna.
Marabbaan kan Waaq!!
Koree Waaqeffanna Oromoo Addunyaa.
]]>ማህበሩ ሰኔ 6 ቀን 2017 ባወጣዉ መግለጫ እንዳስታወቃዉ ይህ የተሳሳት ስብከት በሰላማዊ ህዝቦች መካከል ተከባብሮ የመኖር መንፈስን የሚያደፈርስም ነው። ስለእግዝሃብሄር የሚሰብክ አንድ ፕሮፌት የህዝብ እምነት፣ ባህልና ማንነት ሲያጥላሉ ስንመለከት እጅግ ሀዘን ተሰምቶናል።
የኦሮሞ ህዝብ የተለያዩ እምነት ያለው ህዝብ ሲሆን ለአመታት ከራሱም ሆነ ከሌሎች ህዝቦች ጋር ተከባብሮ የኖረ ህዝብ ነው። የኦሮሞ ህዝብ ለዘመናት የተፈጠሩ ችግሮችን በሰላም የመፍታት ባህል ያለው፣ የሌሎችንም ህዝብ እምነትና ባህል አክባሪ ህዝብ ነው።
ዋቄፈና የሚለዉ ቃል የመጣው ዋቃ ከሚለዉ የኦሮሚኛ የአንድ አምላክ ስም ነዉ። ዋቃ ማለት አንድ አምላክ ለሚለዉ የፈጣሪ ስም የኦሮሚኛ መጠሪያዉ ሲሆን፤ ዋቄፈና ማለት ደግሞ በአንድ አምላክ መገዛትን እና አንድ አምላክ ማመንን ያመላክታል።ዋቄፈና በኦሮሞ ህዝብ ዘንድ ከክርስትና እና ከእስልምና ወደ ኢትዮጵያ መምጣት ቀድሞ የነበረ እምነት ነው።
እሬቻ በብዙ ሚሊዮን የሚቆጠሩ ኦሮሞዎችና ሌሎችም ህዝቦች በአለም አቀፍ ደረጃ እንዲሁም በተለይ በሆረ አርሰዴ / ቢሾፍቱ ለብዙ አመታት ሲያከብር የኖረና ያለ መሆኑ አይካድም። በዛሬው ጊዜ በተለይ ለኦሮሞ ህዝብ እሬቻ እንደ አገር አቀፍ በዓል እየተወሰደ ነው። የትኛውም እምነት ያለው ኦሮሞ እንዲሁም ሌሎችም ህዝቦች ብዙ ቱሪስቶችን ጨምሮ የሚሳተፉበት ትልቅ አለም አቀፍ በአል ሆኗል። እሬቻ የሁሉም ኦሮሞች የማንነት መገለጫ ነው።
ነገር ግን የፕሮፌት ሱራፌል ደምሴ የሜይ 30 ቀን 2017 የተሳሳት ስብከትና አመለካከት በሰላማዊ ህዝቦች መካከል የነበረዉ ተከባብሮ የመኖር መንፈስን የሚያደፈርስ ነው። ይህ የተሳሳት ስብከትና አመለካከት በኦሮሞ ህዝብም ሆነ በሌሎች ሰላም ወዳድ ህዝቦች ዘንድም ተቀባይነት አይኖረውም።
ለዚህም ፕሮፌት ሱራፌል ደምሴ፣
በዚህ አጋጣሚ በእምነት ውስጥ ተደብቆ የህዝብ እምነት እና ባህል ማንቋሸሽ የእግዝሃብሄር መንገድ እንዳልሆነ ለማስገንዘብ እንወዳለን።
ሙሉ መግለጫ ከአውስትራሊያ ዋቄፈና ማህበር የተሰጠ መግለጫ
]]>Teessoon isaa Norwey kan ta’e Gumii Waaqeffannaa Oromoo Addunyaa ibsa mata duree “vidiyoo balaaleffannaa Irreecha fi Waaqeffannaa kan «Prophet Suraphel Demissie» tin gama youtube fi «Presence Tv Channel» gaafa Caamsaa 30,2017 faca’e laallata” jedhuun baaseen akka hubachiisetti, gochaa fi oloolli Waaqeffannaa fi Irreechaa xiqqeessuu fi xureessuuf yaalaman kamiyyuu nagaa fi walitti dhufeenya gaariif balaafamaa dha.
Akka Gumichi ibsetti, lallabaan wangeelaa Suraphel Demissie jedhamu waltajjii bariisa amantii Kiristaanaa irratti “qaanii tokko malee Irreecha fi waaqeffannaa xiqqeessuudhaan dubbatame”; lallabni kunis karaa marsaa walqunnamtii https://www.youtube.com/watch?v=rX1p6rOY_7c addunyaaf faca’ee jira.
Gumichi, dubbii fi lallabni kun Waaqeffannaa fi Irreechaa kan xiqqeessuu fi xureessu waan ta’eef hatattamaan akka haqamu, lallabaan sunis ummata Oromoo akak dhiifama gaafatu hubachisieera.
Kana yoo gochuu baate, akka Gumiin Waaqeffannaa ibsetti, “ummanni Oromoo nagaa jaalatu waan ofii immoo kan roorroo ofirraa dhoowwachuu” kan danda’uu dha.
Guutummaan ibsichaa akka armaan gadii ti.
================================
Ibsa gazexaawwaniif – Waaqeffannaa Oromoo Addunyaa baase:
Ibsa gaazexaawwaniif
Waxabajjii 05.06.2017
Dhimmi: vidiyoo balaaleffannaa Irreecha fi Waaqeffannaa kan «Prophet Suraphel Demissie» tin gama youtube fi «Presence Tv Channel» gaafa caamsaa 30,2017 faca’e laallata
Waaqeffannaan Oromoo Addunyaa vidiyoo namni Prophet Suraphel Demissie jedhamu gaafa caamsaa 30.05.2017 gama Youtube, Facebook, Tv isaa presence TV channel (Amazing Deliverance) jedhamuun fi marsareetii isaatin facaase yoo arginu hedduu gaddine. Vidiyoo kanarratti qaanii tokko malee Irreecha fi waaqeffannaa xiqqeessuudhaan dubbatame (https://www.youtube.com/watch?v=rX1p6rOY_7c) .
Irreechi aadaa fi duudhaa Oromoo, Oromoota daangaa amantii kamuu qaxxaamuruurn akka biyyatti walitti fidee biyya alaalatittis ta’ee biyya keessatti keessattuu Hora Arsadee, Bishooftutti kabajamaa jira. Keessattuu bara as aanaa kana akka guyyaa biyyoolessaatti fudhatamaa dhufeera. Achittis ilmaan keenya, obbolaan keenya bara 2016 gumaata lubbuu ofii kaffaluu niyaadanna. Irreechi kan amantii tokkoo qofa osoo hintaane Oromoo hundaafuu calaqqee eenyummaa isaati.
Waaqeffannaanis amantii Oromoo ganamaa yoo ta’u sabni Oromoos ta’ee saboonni biraa Waaqa Gurraachatti bara dheeradhaaf amanaa kan jirani. Waaqeffannaan bishaanitti, gaaratti, meeshatti, lagatti hinamanu.
Haata’u malee namni Prophet Suraphel Demissie jedhamu guyyaa 30.05.2017 haala nama qaanessuun irreecha fi waaqeffannaan akka waan bishaanitti bulanii, xiqqeessudhaan, salphisuudhan arrabsee youtube, Facebook fi tamsaasa TV isaa akkasumas marsaretii isaatirraan dabarsee jira. Facebook kanas namni 37 000 akka hordofufi namni hammasii jaalatu mul’ata.
Aadaa saba guddaa Afrikaa, aadaa fi duudhaa akkasumas amantii Oromoo arrabsuun salphisuufi xiqqeessun kan bara dheeraf itti turan ta’us bara dammaqiisi fi guddinni jiru kana keessatti akkanatti saba Oromoo xiqqeessun fudhatama hinqabu. Hedduus nama guba.
Ummanni Oromoo rakkina dhalatu karaa nagaatin furachuudhaf aadaa bara dheera qaba.
Kanarraa kan ka’e, Waaqeffannaan Oromoo Addunyaa Prophet Suraphel Demissie akka inni saba Oromoo dhiifama gaafatu, vidiyoo arrabsoo kanas tamsaasa mararraa akk haqu gaafanna.
Kuni yoo kabajamuu baate, ummanni Oromoo nagaa jaalatu waan ofii immoo kan roorroo ofirraa dhoowwachuu danda’u ta’uu ibsuudhan waan san booda walitti deebinu ta’a.
Waqeffannaa Oromoo Addunyaa
Garagalcha:
Waajjiraa Pirezidaantii Federaala, demokiratawaa republikii Tophiyaa: Kabajamaa obbo Mulatuu Tashoomaa
Waajjira Muumicha Ministeeraa, kabajamaa obbo Haile Mariam Dessalegn
Waajjira Caffee Oromiyaa – Kabajamaa obboo Lammaa Magarsaa
Oduun nu gahe akka ibsutti, Caamsaa 11 bara 2017 halkan keessa sa’aatii 10:45 irratti Waaqeffattooti 110 ol ta’an Godina Shawaa kaabaa (Salaalee) magaalaa Fiichee keessaa qaban.
Waaqeffattooti kunneen yeroo sanatti Galma Diida Heexoo keessatti walgahanii Waaqeffannaa wal barsiisaa fi Waaqa kadhataa turan.
Kaayyoon hordoftoota amantii Waaqeffannaa kan Galma Diida Heexoo kun Waaqa tokkicha kadhachuu fi akka amantiin Oromoo kun guddatu gahee isaanii bahuu dha.
Garuu, osoo isaan Galma Waaqeffannaa keessatti sagantaa idilee barnoota amantii Waaqeffannaa geggeessaa jiranii, hidhattooti Wayyaanee itti seenanii badii tokkoo malee too’annoo poolisii jala akka oolan godhanii jiru.
Mootummaan Wayyaanee yeroo addaddaatti hundee Waaqeffannaa balleessuuf tarkaanfii fudhataa turnun isaa kan yaadatamu.
Torban darbees Waaqeffattoota shantamaa ol qabanii turan. Waaqeffattooti kunneen yeroo gadhiifamanis akkas jedhaman: “kanan booda yoo Waaqeffannaatti deebitan too’annoo koomaandii poostii jala ooltu jedhanini gadi lakkisan.”
Waaqeffattooti akak ibsanitti immoo, dhiibbaa fi roorroon akkanaa kun Waaqeffattoota daran jabeessa malee duubatti hin deebisu.
“Haalli kun daran hammaachaa jira,” kan jedhan Waaqefaftaan tokk, “Sirni Wayyaanee dhumatu malee nagaan waan hin deebineef, ummati keenya otuu hin sodaanne qabsoo eegalame daran finiinsuu qaban,” jedhan.
Itti dabaluunis, “ummati Oromoo biyya isaa keessatti mirga jireenyaa, mirga amantii fi mirga bulchiinsaa dhabee jiraachuun kunis akka dafee dhumatuuf, namuu qabsoo maraalessa babal’isuun barbaachisaa dha,” jechuun dhaamsa jabaa dabarsanii jiru.
Waaqeffannaan amantii Oromoo kan durii ti; amantiin kun bara dheeraaf akak badu irratti hojjatamaa ture. Garuu, qabsoo Oromootiin deebi’ee dagaaguutti jira. Waaqeffannaan amantii Waaqa tokkichatti amanuu dha.