Information
Murtiilee fi Ibsa Ejjennoo Gamtaa Jaarmiyoota Oromoo
(GWA, Bitootess 28, 2020) Uummanni Oromoo, Oromummaa fi Oromiyaan roorroo hamaa jala jiru. Mootummaan Itoophiyaa Oromummaa balleessuu, Oromiyaa diiguu fi injifannoolee ummatni Oromoo dhiigaa fi lafee ilmaan isaatiin gonfate irraa mulquuf karoorfatee itti bobba’ee jira….
በሜልበርን የኢሬቻ በዓል አከባበር
“አውስትራሊያ ውስጥ የምናከብረው የኢሬቻ በዓል ከአገር ቤቱ ለየት ይላል። እዚህ አባ መልካ የለንም።” – ዳበሳ ዋቅጅራ
Irreechaa Celebration to be Held in Melbourne, Australia
By Maatii Sabaa (Melbourne, Irreechaa, September 20, 2019)-The Oromia Irreechaa Organising Committee in Victoria is preparing to celebrate Irreechaa in Melbourne on 29th September. Head of the Committee, Ob Abdeta Homa said the celebration is…
Odaa Roobaa: Gadaa
Hundasa Wakwaya (1961-2019) a leading Oromo religious guru passes away
A prominent leader of Global Waaqeffannaa Assembly (GWA) and a prominent elderly Obbo Hundasa Wakwaya has succumbed to an illness that gripped him during the last few months. The GWA is in a great shock…
IBSA GADDAA: GUMII WAAQEFFANNAA ADDUNYAA
(GWA, Norawy, 12.02.2019) Waayyun Gumii Waaqeffannaa Addunyaa (GWA) obbo Hundasaa Waqwayyaa ji’oota muraasaf eega dhukkubsatanii booda gaafa 09.02.2019 boqachuu isaniitiin miseensota Gumii Waaqeffannaatti gadda daangaa hinqabnetu dhagahame. Obbo Hundasaan Oromoodhaf aadaa isaa deebisuurratti akkasumas Waaqeffannaa…
Seenaa Gabaabaa Ob Hundasaa Waaqwayyaa (1961-2019)
Obbo Hundasaan abbaa isaa obbo Waaqawayyaa Lammeessaa fi harmee isaa adde Nagaasee Haroo irraa bara 1961, godina dhiha Shawaa, aanaa Midaa Qanyi, gammoojjii naannoo Obbee jedhamee beekamutti dhalate. Obbolaa dhiiraa sadii fi dubra lama qaba….
Odaa Gaddaa: Wayyuun gameessi Waaqeffannaa Boqotan
(Waaqeffannaa, Guraandhala 12, 2019) Wayyuu fi hayyuu gameessa Waaqeffannaa kan turan Ob Hundasaa Waaqwayyaa (1961-2019) waggaa 58tt addunyaa kana irraa boqotan. Ob Hundasaan kan boqotan Sanbata darbe, Guraandhala 9, bara 2019 biyya jiraataa turan Norway…
Irreecha festivals bring people closer to each other
Irreecha (Afaan Oromo: also called Irreessa, is Thanksgiving holiday of the Oromo People in Ethiopia. The Oromo People celebrate Irreecha to thank Waaqa (God) for the blessings and mercies they have received throughout the previous…






